Ummanni Oromoo Waataa biyya Keeniyaa qarqara galaanaa jiraatu dur jireenyisaanii adamoo fi ija mukaa irratti kan hundaa'e ture. Har'a garuu naannoo isaan dur jiraachaa turan lafa bosonaa eegumsi ...
Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 1382f qorannoo Koroonaavaayiras kan taasiste oggaa tahu, namoota 17 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa beeksise. Madda suuraa, Getty Images Akkam ...